Qormaataa fi Leenjii Konkolaachisummaa
6.9M5,000+
Educational
4.6
Qormaataa fi Leenjii Konkolaachisummaa
Appii qormaataa fi leenjii konkolaachisummaa Afaan Oromoon qophessuuf Kan nakakaase rakkoo balaa tiraafikaa heddummataa dhufee lubbuu Namaa ballessuufi hanqinaa mootummaan hordoffii leenjii konkolaachisummaa irraattii qabuu xiqqachuu isaatii.Akkasumaas appiin Afaan Oromoon qopha'ee hangaa yoonattii dhabbilee dhaaniis haata'uu mootummadhaan dagatamuu isaanitii. Hangaan dhalataa biyyaa kana ta'ettii rakkoolee hawaasaa furuun dhirqamaa koo waan ta'eef appii kana keessatti gafilee fillanno, dhugaa fi soba akkassumas mallattoolee daandii irraa walittii qabataan kitaaboota heddu dubbisuun kaan ammoo afaan amaaraa irraa hiikuun Itti galcheera Gara fulduraattis gaffillee ITTII dabalaa deemun koo hin HAAFU. Innii Guddaan Ammoo Leenjii Yaalii Jalqabaa Vidiyoo Yutiiyubii Irraa Kanan Ittii Galchee Yeroo Tahuu Konkolaachistaotta Hundaaf Bayyee Gargaara DHA. Dhummaa Irattis Ogummaa Konkolaachisumma Akkasumaas Konkolaata Kan Jedhuu Vidiyoo YouTiyubii Ittii Galcheen Jiraa. Rakkooleen USquee Yoo Jirafani, Gaffifii Deebii Yoo Jiraatees Anii Nama Tokko Emeelii Kiyyaan [email protected] Na-Qunnaa Galat Homaaa.
Laat meer zien
Wat is er nieuw
version 4.0
Informatie
- ID:com.ethiomapps.afanoromoquiz
- Categorie:Educational
- Bijgewerkt:2021-02-28
- Versie:4.0
- Vereist:Android 4.1
- Beschikbaar op:Google Play
- Bestandsgrootte:6.9M
Gelijkwaardig aan Qormaataa fi Leenjii Konkolaachisummaa
Dit vind je misschien ook leuk
- Wiskunde spelletjes nederlands4.436.5M
- Baby Panda Care3.992.5M
- Fluvsies - A Fluff to Luv4.2167.7M
- Sweet Baby Girl Summer Fun 23.9101.5M
- Little Panda: Princess Makeup3.8134.1M
- Leren tablet: babyspellen4.3151.8M
- ABC Kids - Tracing & Phonics4.139.0M
- Babypanda's wereld4.377.1M
- Monster Trucks voor kinderen 24.236.9M
- My Town : Beauty Spa Saloon4.2106.7M
- Baby Panda's Hospital4.193.5M
- My Town : BAKKERIJ4.380.0M
- ABC Tracing Preschool Games 24.019.2M
- Baby Panda's Airport4.185.9M
- My Town : Plezier op straat4.3113.4M
- Baby Panda's School Bus3.9173.5M
- Pepi Wonder World: Magic Isle!4.3191.9M
- My Town : Preschool4.1108.1M
- Little Panda's Restaurant4.0158.5M