Qormaataa fi Leenjii Konkolaachisummaa

6.9M5,000+
Lernspiele
4.6
Qormaataa fi Leenjii Konkolaachisummaa Screen Shot 0Qormaataa fi Leenjii Konkolaachisummaa Screen Shot 1Qormaataa fi Leenjii Konkolaachisummaa Screen Shot 2Qormaataa fi Leenjii Konkolaachisummaa Screen Shot 3Qormaataa fi Leenjii Konkolaachisummaa Screen Shot 4Qormaataa fi Leenjii Konkolaachisummaa Screen Shot 5Qormaataa fi Leenjii Konkolaachisummaa Screen Shot 6Qormaataa fi Leenjii Konkolaachisummaa Screen Shot 7

Qormaataa fi Leenjii Konkolaachisummaa

Appii qormaataa fi leenjii konkolaachisummaa Afaan Oromoon qophessuuf kan nakakaase rakkoo balaa tiraafikaa heddummataa dhufee lubbuu Namaa ballessuufi hanqinaa mootummaan hordoffii leenjii konkolaachisummaa irraattii qabuu xiqqachuu isaatii.Akkasumaas appiin Afaan Oromoon qopha'ee hangaa yoonattii dhabbilee dhaaniis haata'uu mootummadhaan dagatamuu isaanitii. Hangaan dhalataa biyyaa kana ta'ettii rakkoolee hawaasaa furuun dhirqamaa Koo waan ta'eef Appii kana keessatti gafilee fillanno, dhugaa fi Soba akkassumas mallattoolee daandii irraa walittii qabataan kitaaboota heddu dubbisuun kaan ammoo afaan amaaraa irraa hiikuun itti galcheera gara fulduraattis gaffillee ittii dabalaa deemun Koo Hin Haafu. Innii Guddaan Ammoo Leenjii Yaalii Jalqabaa Vidiyoo Yutiiiyubii irraa Kanan Ittii Galchee Yeroo Tahuu Konkolaachistaotta Hundaaf Bayyee Gargaara DHA. Dhummaa Irrattis Ogummaa Konkolaachisumma Akkasumaas Konkolaata Kan Jedhuu vidiyoo youtiyubii Ittii Galcheen Jiraa. Rakkooleen Usquee yoo Jiratani, GaffiFii Deebii yoo Jiratees Anii Nama Tokko emelii kiyyaan [email protected] Na-Qunnamaa Galat Homaaaa.
Zeig mehr

Was gibt's Neues

version 4.0

Information

  • ID:com.ethiomapps.afanoromoquiz
  • Kategorie:Lernspiele
  • Aktualisiert:2021-02-28
  • Ausführung:4.0
  • Benötigt:Android 4.1
  • Verfügbar auf:Google Play
  • Dateigröße:6.9M