Qormaataa fi Leenjii Konkolaachisummaa

6.9M5,000+
Educational
4.6
Qormaataa fi Leenjii Konkolaachisummaa Screen Shot 0Qormaataa fi Leenjii Konkolaachisummaa Screen Shot 1Qormaataa fi Leenjii Konkolaachisummaa Screen Shot 2Qormaataa fi Leenjii Konkolaachisummaa Screen Shot 3Qormaataa fi Leenjii Konkolaachisummaa Screen Shot 4Qormaataa fi Leenjii Konkolaachisummaa Screen Shot 5Qormaataa fi Leenjii Konkolaachisummaa Screen Shot 6Qormaataa fi Leenjii Konkolaachisummaa Screen Shot 7

Qormaataa fi Leenjii Konkolaachisummaa

Appii qormaataa fi leenjii konkolaachisummaa Afaan Oromoon qophessuuf kan nakakaase rakkoo Balaa tiraafikaa heddummataa dhufee lubbuu namaa ballessuufi hanqinaa mootummaan hordoffii leenjii konkolaachisummaa irraattii qabuu xiqqachuu isaatii.Akkasumaas appiin Afaan Oromoon qopha'ee hangaa yoonattii dhabbilee dhaaniis haata'uu mootummadhaan dagatamuu isaanitii. Hangaan dhalataa biyyaa kana ta'ettii rakkoolee hawaasaa furuun dhirqamaa koo waan ta'eef appii kana keessatti gafilee fillanno, dhugaa fi soba akkassumas mallattoolee daandii irraa walittii qabataan kitaaboota heddu dubbisuun kaan ammoo Afaan amaaraa irraa hiikuun Itti galcheera gara fulduraattis gaffillee ittii dabalaa deemun koo hin Haafu. Inniai Guddaa Ammoo Leenjii Yaalii Jalqabaa Vidiyoo Yutiiyubii Irraa Kanan ITTII Galchee Yeroo Tahuu Konkolachistaotta Hundaaf Bayyee Gargaara DHA. Dhummaa irrattis Ogummaa Konkolaachisumma Akkasumaas Konkolaata kan Jedhuu Vidiyoo Youtiyubii Ittii Galcheen Jiraa. Rakkoolele USQuee Yoo Jiraatani, Gaffifii Deebii Yoo Jiraatees Anii Nama Tokko emeelii kiyyaan [email protected] Na-Qunnamaa Galat Homaaa.
Tunjukkan lebih banyak

Apa yang baru ini

version 4.0

Maklumat

  • ID:com.ethiomapps.afanoromoquiz
  • Kategori:Educational
  • Dikemaskini:2021-02-28
  • Versi:4.0
  • Memerlukan:Android 4.1
  • Ada pada:Google Play
  • Saiz fail:6.9M